• Have any questions?
  • +251933987102
  • Oromobiblestudy@yahoo.com
About us
Our Main Goal

kaayyoon keenya namoota barumsa hafuura oomishuu osoo hin taane, amantoota dhugaa kan Kiristoosiin duukaa bu‘an , duuka buutota Kiristoos kan bori Waldaa Kiristaanaa qulqullummaan tajaajilaanii fi lammiiwwaan samii (Waaqaa) qopheessuu dha. Kana waan ta‘eef mul‘ata kana fiixaan baasuuf Barumsa afuuraa haala qindaa‘ina qabuu fi haala biyya keenya kan giddu galeefateen kennuun filannoo kan hin qabne dha. Kanaaf Oromobiblestudy kana hubachuun dhaloota qaruun walda kiristaanaa akkasumas biyyattii gargaaruuf , sadarkaa barumsa tolaa/bilisaa waan fakkaatu sadarkaa kamirrattuu waldaa fi dhaabbata fedha qaban waliin ta‘uun namoota barsiisa

https://unsplash.com/@jtylernix
Oromobiblestudy Vision

Mul'atni keenya Oromobiblestudy gara fulduraatti sadarkaa dhabaata Macaafa Qulqulluu irraa barattan akka Itoophiyaatti duwwaatti osoo hin taane akka addunyaati barsiisu tasiisne guddisuudha kana maalees looltota kirstoos kan mataa boofichaarra ejjeetan akkasumas kan lubbuu badaa jirtu olchuu danda'an omishuudha.

0
Online Courses
0
Students
0
Teachers
0
Countries
Meet the Teachers
Jigsa Bersisa Founder Of Oromobiblestudy
Web Designer
Jigsa Bersisa Oromobiblestudy Head Manager
Manager
Bikila Addisu Oromobiblestudy Teacher
Teacher
Jalale Bersisa
Web Designer
Jalale Bersisa & Jigsa Bersisa
Sister and Brother Developer of Oromobiblestudy Website
Chera Birhanu
Adviser