• Have any questions?
  • +251933987102
  • Oromobiblestudy@yahoo.com
Korsiiwwaan Nuti Lannu
Share

Korsii Filaadhu

Korsiiwwaan Oromobiblestudy keessaa argaachu barbadaan hunduma asii irraatti search gochuun argaachu dandeessuu
Hiikkaa Macaafa Qulqulluu
PDF BIRR: ETB 35
Macaafni Qulqulluun aadaa, nama dhuunfaafi hawaassa jijjiiruu kan danda'u Waaqayyo hafuura isaan akka barreeffamu macaafa taasise dha.
Bersisa Sobaa
PDF BIRR: ETB 40
Amantii sirrii ta'e keessaa kan bahan dha. Amantii ykn barsiisa sirrii kan ganan dha. Ofii isaanii qofa Kiristaana sirrii godhanii kan lakkaa’an
Duuka Bu'ummaa
PDF BIRR: ETB 35
Yeroo har'aa kana gooftaa yesuus kiristoosiin fayyisaa lubbuu isaanii godhatanii, garuu jireenya hafuuraatiin jijjiirama Kan hin argisiisne danuu dha.
Hafuura Qulqulluu
PDF BIRR: ETB 50
Gooftaa Yesuus Wangeela Yohaannis 14:26 irratti akkas jedhee barsiisaa ture, “Inni isiniif dubbatu hafuurri qulqulluun, inni abbaan maqaa kootiin ergu garuu, waan hundumaa isin in barsiisa, waanan isinitti hime hundumaas isin in yaadachiisa.”
ERGAA GARA WARRA ROOMAA
PDF BIRR: ETB 30
Barreessaan Phaawuloosii dha. Inni ergamoota 12 keessa hin turre. Ergamaa kan inni ta’e Kiristoosiin ture HoE 9:3-9, 22:6-11, 26:12-18. Phaawuloos adeemsa wangeelaa sadi taasisee ture. Adeemsota kanneeniinis Efesoon, Filiphiisiyuus, Teselonqee fi Qorontoos ga'uudhaan waldaa dhaabee ture.
Wangeela Yohaannis
PDF BIRR: ETB 35
Yohaannis barressaan wangeela kanaa (Yoh.21:24) ilma Zabdewoos (Mat.27:56; Mar.15:40) Kakuu Haaraa keessatti macaafota shan kan barreesse dha; wangeela kana dabalatee.Bartoota Yesuus keessa isa tokko ta‟e kan Yesuus bay‟ee jaallatu ture.
Barumsa Afuuraa Kiristaanaa
PDF BIRR: ETB 60
Barumsa Afuuraa ( Theology) jechuun maal jechuu dha? Barumsa afuuraa jechuun waa'ee Waaqayyoo kan qo'atu barumsa amantii ti...
BARUMSA WAA'EE BARA DHUMAA
PDF BIRR: ETB 40
Waa‟een bara dhumaa kun jecha Giriikii "schatos" jedhurraa kan dhufe yoo ta'u, hiikkaan isaas...
Barumsa Gaa'ela
PDF BIRR: ETB 35
Warra Gaa'ela Dhaabbataniif Akkamitti jireenya ykn gaa'ela keessan akka gaggeeffattaniif kan gargaarudha. warri hin fuudhinis isin fayyaduu danda'a yoo dubbiftan.