Oromobiblestudy
Contact Us! Sign In Register

Oromobiblestudy@yahoo.com

+251933987102
  • Home (current)
  • About
  • Categories
    Oromobiblestudy
    News
  • Contact
  1. Home
  2. Blog
image not available
  • 2020-11-12
  • admin
  • Oromo Bible Study

Oromo Bible Study

Share
Nagaa Waaqayyo hunduma keessaniif haa ta'uu jecha #Oromobiblestudy #website isa waan haaraa qabate isiniif dhiha'aate jira iniis #link armaan gadii kana xuqun register ta'uun akkuma account Facebook kessaanitti fayyadamtanitti dhunfatti itti fayyadamu dandeessu. asirraatti group mataa keessani akkuma Facebook ti create gochun namoota barbadani wajiin wantoota macaafa qulqulluu wajiin waal ilaaltan irratti mari'aachu akkasumas wantoota bayye waan qabuuf hundumasa mirgaa fayyadamu qabdu kana malees barumsa macaafa qulqullu kan mataa keessanii akkasumas wantoota gaadhisu barbadu barumsa barsiisu barbadu hunduma page mata kee kanaratti gaadhisu ni dandessa wantoota achiira jiran hunduma immo Facebook akkasumas social media barbadan irraatti gadi lakkisu ni dandeessuu...walumagalatti kana jechuun website mata keessani kaafalti tokko malee fayydamuudha kanafu amma jaalqabatti register ta'uun itti fayyadama jenna!

Categories

  • Oromobiblestudy 5
  • News 1

Stay Connected

  • Twitter
  • Facebook
  • Dribble
  • Pinterest

Editor's Choice

About US

Macaafa qulqulluu barachuuf gaaffiiwwaan macaafa qulqulluu keessaan dhufaniif deebii argaachuuf oromobiblestudy kunotti

Read More

Popular Posts

Signup to our newsletter

We respect your privacy.No spam ever!

'=
  • Facebook
  • Twitter
  • Google+
  • Pinterest

Oromobiblestudy2026 | Brought To You by Jigsa Bersisa