Kaayyoon Oromobiblestudy

kaayyoon keenya namoota barumsa hafuura oomishuu osoo hin taane, amantoota dhugaa kan Kiristoosiin duukaa bu‘an , duuka buutota Kiristoos kan bori Waldaa Kiristaanaa qulqullummaan tajaajilaanii fi lammiiwwaan samii (Waaqaa) qopheessuu dha. Kana waan ta‘eef mul‘ata kana fiixaan baasuuf Barumsa afuuraa haala qindaa‘ina qabuu fi haala biyya keenya kan giddu galeefateen kennuun filannoo kan hin qabne dha. Kanaaf Oromobiblestudy kana hubachuun dhaloota qaruun walda kiristaanaa akkasumas biyyattii gargaaruuf , sadarkaa barumsa tolaa/bilisaa waan fakkaatu sadarkaa kamirrattuu waldaa fi dhaabbata fedha qaban waliin ta‘uun namoota barsiisa

wantoota isiin yeroo oromobiblestudy faayyadamtan goochuu qabadaan

wan gochuun isiin irra hin jire

Oromobiblestudy yeroo faayadamtan keessumatu group chat yeroo faayadamtaan wahe maacafa qulqulluu irra kan haafee wan birra peejii sanarratti gadhiisuun fkn barreefamoota siiyassa, footoo keessaniif akkasumaas footoo hin barbaachisne kan ijolle waaqayyoo wajiin hin deemne achiiratti gadhiisuun seeraan kan nama gaafachiisuu tahuu isaa isiin beeksiifna.

Inni lammaffan yeroo warra dhabbatta Oromobiblestudy wajiin walqunamtan jechuuniis kara Email ykn karra bilbila akkasumas kara website keenyaa gaafii oromobiblestudy wajiin wal arguun alla namnii arrabsoo gara gara faayadamuun yoo nu arrabsiitan seeraan kan isiin gaafanuu tahuu keenya isiin hubaachisna. wantoota commentii irratti barreefamaniif fi group chatti irratti bareefamaan screenshoot gochuu fi share gochuun dhorkaadha